

Muslimoonni galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himataman ammas muddee 7/2009 beellamaman.
Manni murtii aangaawoota mootummaatiin hoogganamu Obboleeyyan muslimaa galmee kana jalatti himataman irratti adabbii waggaa 7 dabarsuun...


Muslimoonni magaalaa Finfinnee fi Walqixxee irraa hidhaman guyyaa boruu mana murtii ni dhiyaatu jedh
Abbaan Alangaa Federaalaa himannaa dharaa muslimoota kana irratti banuun miseensota fi deeggartoota mootummaa akka ragaatti eegaa irratti...


Mootummaan magaalaa Harbuutti muslimoota hidhaa jiraatuun beekame.
Godina Walloo magaalaa Harbuutti qaamonni mootummaa hawaasa muslimaa dararaa jiraatuu odeeffannoon argame ni addeessa. Guyyaa kaleessaa...


Sababa Intarneetii uggurameef kasaaraan doolaara miliyoona 8.5 mudatu gabaafame.
Itiyoophiyaa keessatti yeroo adda addaatti tajaajilli Intarneetii ugguramuu irraan kan ka’e guddina diinagdee biyyatti irratti dhiibbaan...


Balaa hoongee naannolee Shanitti uumameef deeggarsi hatantamaa kan barbaachisu tahuu ibsame.
Gamtaan Mootummoota Addunyaa (UN) hoongee Itiyoophiyaa mudateef naannoowwan 5 deeggarsa hatantamaa argatu qabu jechuun guyyaa kaleessaa...


Manni Murtii Mootummaa muslimoota dharaan himataman irratti murtee siyaasaa dabarsuu cimsee itti fuf
Muslimoota Magaalaa Finfinnee naannawa adda addaa irraa waggaa tokko ol hidhamuun galmee Nabiyyuu Siraaj jalatti himataman irratti guyyaa...


Muslimoota galmee Khadiir Muhaammad jalatti himataman irratti murtiin kenname
Muslimoonni galmee kana jalatti himataman walumaagalatti 19 gaazexeessaa Darseema Sorii fi Khaalid Muhammad asuma jalaatti himatamanii...


Muslimoonni galmee Khadiir Muhammadii fi Nabiyyuu Siraaj jalatti himataman guyyaa boruu mana murtii
Beellama guyyaa boruutti yakka dharaa abbaan Alangaa isaan irratti baneef murtii bilisaa ykn badii raawwattan jedhamaniif ragaa ittisaa...


Yuunivarsiitii Wallootti barattoonni muslimaa dararamaa jiru.
Hooggantoonni Majliisa naannoo Amaaraa amantaa Ahbaash naannicha keessatti babaldhisuuf duula cimaa geggeessaa jiraatuu odeeffannoon...


Mudannoo Ajaa’ibaa dubartii Niqaaba uffattu mudate.
Biyyoota garagaraa keessatti dubartoonni niqaaba uffatan dararaa guddaa dhandhamaa jiru. Garii isaanii irraa niqaaba mulqu. Biyya garitti...