top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Mootummaan magaalaa Harbuutti muslimoota hidhaa jiraatuun beekame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Dec 7, 2016
  • 1 min read

Godina Walloo magaalaa Harbuutti qaamonni mootummaa hawaasa muslimaa dararaa jiraatuu odeeffannoon argame ni addeessa.


Guyyaa kaleessaa waraanni mootummaa muslimoota shan kan ukkaamsan yoo tahu, namoonni gocha kana raawwataa jiran miseensoota mootummaa tahuunis beekameera.


Namoonni guyyaa kaleessaa ukkaamfaman kunniin

1. Sheekh Sayiid Muhammad

2.Sheekh Abduu Xayyib

3.Ismaa'il Sayiid

4.Ahmad Alhaadi fi

5. Musxafaa Daawud muslimoota jedhaman yoo tahu, yeroo ammaa kana mana hidhaa magaalaa Kombolchaatti hidhamanii kan jiran ta’uu odeeffannoon ni addeessa.


Commentaires


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page