top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Muslimoonni galmee Eliyaas Khadiir Jalatti himataman ammas Sadaasa 30 beellamaman.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 30, 2016
  • 1 min read


Muslimoonni galmee Eeliyaas khadiir jalatti magaalaa Finfinnee fi Walqixxee irraa himatamuun dararamaa jiran, guyyaa hardhaa Mana Murtii walii galaa Federaalaatti dhihaatanii turan . Beellama isaanii kan hardhaa irratti Oliyyannoon isaanii fudhatama argatuuf dhabuu irratti murtiin dhumaa ni kennama jedhamee eeggamus Manni murtii galmee ilaalee hin xumurre sababa jedhuun ammas Sadaasa 30/2009t beellamuu odeeyfannoon argame ni addeessa.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page