

Yaman keessatti dhukkubni Koleeraa ka’uun isaa gabaafme.
Dhaabbanni Fayyaa Adduunyaa WHO’n torbaan tokko keessaatti namoonni 25 dhukkuba Koleeraatiin kan du’anii fi Wal-waraansi waggaa lamaaf...


Imaanu’eel Maakron Pirezdantii Faransaayi tahuun Filatame.
Filaannoo Pirezdantummaa biyya Faransaay kessatti Alhada hardhaa geggeeffameen Ministeera maallaqa biyyattii kan ture Imaanu’eel Makroon ,...


Madrasaan Salaam Marsaa 2ffaaf Barattoota Hifzii Quur’aanaa Eebbisiise.
Madrasaan Salaam kan naannoo Amaaraa godina addaa Oromiyaa magaalaa Kamiseetti argamu marsaa 2ffaaf barattoota Hifzii Qur’aanaa guyyaa...


Lammiiwwan biyya keenyaa kan biyya Suudaan keessa jiraatan sagantaa Da'awaa geggeessan.
Waldaan da'awaa fi Misoomaa Hawaasa itiyoophiyaa kan biyya Suudan jiraatanii, guyyaa har’aa jimaata gaafa 5/5/2017 Muhaadaraa guddaa...


Mormii Doktor Mararaan dhiheesse irratti Abbaan alangaa deebisaa kenne.
Hoogganna KFO kan tahe Dr Mararaa Guddinaa, himannaa abbaan alangaa irratti dhiheessee ture mormuudhaan; iyyannoo fuula 11 qabu mana...


Ahbaashonni Ustaazota iddoo adda addaatti Masjiida fi Madrasaa ijaarsisuuf socho'aa jiran irratt
Hoggantoonni majlisa mootummaa iddoowwan adda addaatti waltajjii walgahii qopheessuun; Ustaazoota fi koree furmaata barbaadduu hawaasa...


Shakkamtoonni Haleella Masjiid Al-Nabawii to’annaa jala ooluun gabaafame.
Waggaa darbe magaalaa kabajamtuu Madiinaa Masjid Al-Nabawii irratti, ji’a Ramadaanaa keessa Haleellaa boombii raawwatameen lubbuun...


Miyanmaar keessatti dursitoonni amantaa Budahaa Manneen Barnoota Islaamaa 2 cufsiisan.
Dararaan Muslimoota Miyanmaar irratti raawwatamu akkuma itti fufetti kan jiru yoo tahu; Magaalaa gudditti biyyattii kan taate Yangoon ...


Magaalaa Dadaritti barattoota Sheekh Aliyyii irratti qara’aa turaniif, geggeessaan godhame
Guyyaa har’aa Ebla 30/2017 Harargee bahaa magaalaa Dadaritti,barattoota naannoo Oromiyaa iddoo adda addaa irraa walitti dhufuun masjiida...


Lakkofsi Namoota Gargaarsa Hatattamaa Eeggatanii Miliyoona Lamaan Dabale.
Itiyoophiyaa Keessatti Laakkofsi namoota gargaarsa hatattamaa eeggatanii baatii afur keessatti, Miliyoona lamaan dabaluun ibsamee jra....