top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Lammiiwwan biyya keenyaa kan biyya Suudaan keessa jiraatan sagantaa Da'awaa geggeessan.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • May 7, 2017
  • 1 min read

Waldaan da'awaa fi Misoomaa Hawaasa itiyoophiyaa kan biyya Suudan jiraatanii, guyyaa har’aa jimaata gaafa 5/5/2017 Muhaadaraa guddaa Damee Umdurmaan _Shuhadaatti adeemsisuun isaanii beekkamee jira. Matadureen Muhaadaraa kanaas “Akkamitti Baatii Ramadaanaa simanna” kan jedhu akka ta’e gabaasni arganne nimul’isa.


Commentaires


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page