

Magaalaa Awadaayitti Barattoonni 104 Hifzii Qur'aanaatiin eebbifamuun gabaafame.
Godina Harargee bahaa aanaa Haroomaayaa magaalaa Awadaayitti,sagantaan eebba barattoota hifzii Qur’aanaa, guyyaa hardhaa Ebla 21/2009...


Ameerikaan Kooriyaa Kaabaa waliin mari'aatuuf fedhii kan qabdu tahuu ibsite
Prezdaantiin Ameerikaa Doonald Traamp, rakkoon Ameerikaa fi kooriyaa kaabaa jidduu jiru ulfaataa ta’us, biyyoota wal-dhabbii qabnuun...


Sheekh Abdulqaadir Abbaa Khadiir Akiraman
INNAALILLAAH WA'INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN. Aalimni guddaan biyya keenyaa Sheekh Abdulqadiir Abbaa Khadiir, kan waggaa 40 ol godina Iluu...


Ramadaanaaf Haa Qophoofnu
Ramadaanni nutti as garagalee jira. Harri Sha’baan guyyaa duraati. Kana jechuun Ramadaana simachuudhaaf guyyaa 29 qofatu nuu hafe...


Majliisni mootummaa masjiidni akka hin haaromfamne dhoorkisiisuun gabaafaame.
Majliisni Ahbaashiin durfamu masjiidni akka hin haaromfamne dhoorkisiisuun gabaafaame. Masjiida Salaam, kan godina Walloo kaabaa magaalaa...


Namoonni miiliyana 17 ta’an Yaman keessatti beelaaf saaxilamuun isaanii ibsame
Barreessaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii kan ta’e Antooniyoo Guutares, koonfiransii guyyaa Salaasaa Magaalaa Jeeneevaa keessatti...


Haleellaa xiyyaaraa mootummaa Suuriyaa fi Raashiyaatiin raawwatameen , yoo diqqaate namoonni 12 ajje
Haleellaa xiyyaaraa mootummaa Suuriyaa fi Raashiyaatiin raawwatameen , yoo diqqaate namoonni 12 kan ajjeefamanii fi Hospitaalli naannawa...


Mootummaan Chaayinaa Daa'immaniif maqaa Muslima akka hin moggaasne Dhorge.
Qondaaltonni mootummaa Chaayinaa kutaa biyyaattii Xianjiang jedhamtuu ,daa'imman amma booda dhalataniif maqaa muslimaa moggaasuu kan...


Wiirtuun Muslimoota Oromoo biyya Misraa mana madrasaa bitachuuf sochii jalqabe.
Baqattoonni Oromoo biyya Misraa keessa jiraatan, mana madrasaa mataa isaanii bitachuuf sochii akka jalqaban ibsan. Yeroo ammaa kana...


Walgahiin ijaarsa Yuunivarsitii Islaamaatiif yaamame; majiliisa mootummaatiin akka hin geggeefamne d
Dhimma Yuunivarsitii Islaamaa biyyattii keessatti kan jalqabaa ta’e ijaaruuf karoorfame irratti; guyyaa hardhaa marii geggeessuuf...