top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Mootummaan Chaayinaa Daa'immaniif maqaa Muslima akka hin moggaasne Dhorge.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Apr 25, 2017
  • 1 min read

Qondaaltonni mootummaa Chaayinaa kutaa biyyaattii Xianjiang jedhamtuu ,daa'imman amma booda dhalataniif maqaa muslimaa moggaasuu kan ugguran ta’uu gabaafamera. Maqaaleen muslimaa 29 tahan kan ugguraman yoo tahu; namni maqaalee dhorkaman kanniin daa’imman isaa moggaase, kan seeraan adabamuu fi daa'imaafis waraqaa dhalootaa kan hin kennamneef tahuu ,hoogganaan waajjira poolisii magaalaa Urumqi Radio Free Asia jedhamuuf ibsuu isaa daily mail gabaasee jira.

Naannoon Xianjiang kan ummata muslimaa saba Uighur jedhamuu yoo tahu; mootummaan Chaayinaa sababa amantii isaaniitiif; cunqursaa hamaa kan isaan irratti geggeessu tahuunis beekkamadha. Haaluma walfakkaatuun ,Kanaan duras areeda dheeressuu fi hijaaba uffatuun kan dhoorkame tahuu gabaasni kun ni mul’isa.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page