top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Magaalaa Awadaayitti Barattoonni 104 Hifzii Qur'aanaatiin eebbifamuun gabaafame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Apr 29, 2017
  • 1 min read

Godina Harargee bahaa aanaa Haroomaayaa magaalaa Awadaayitti,sagantaan eebba barattoota hifzii Qur’aanaa, guyyaa hardhaa Ebla 21/2009 haala bareedaan geggeeffamu odeeffannoon arganne ni addeessa. Barattoonni guyyaa hardhaa eebbifaman kunniin walumaagalatti 104 yoo tahan dhalaa 57 fi dhiira 47 tahuu maddeen gabaasaniru.

Sagantaa eebbaa kana Ulama'oonni gurguddoon biyya keenyaa irratti argamuun Da'awaa kan godhan yoo tahu, Ulama'oota sagantaa kana irratti argaman jidduu Sheekh Aadam Tuulaa,Sheekh Muussaa Su'aalaa, Sheekh Jamaal Haajii fi Sheekkotiin birootis akka argaman beekkameera.

____________ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x

NuuralHudaa

https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com


Commentaires


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page