Search
Sheekh Abdulqaadir Abbaa Khadiir Akiraman
- Nuural Hudaa
- Apr 28, 2017
- 1 min read

INNAALILLAAH WA'INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN.
Aalimni guddaan biyya keenyaa Sheekh Abdulqadiir Abbaa Khadiir, kan waggaa 40 ol godina Iluu Abbaa Boor, magaalaa Abdallaa keessatti barsiisaa turan, guyyaa hardhaa Sha'abaana 2/1438 Aakiramu beekameera.
Rabbiin Jannataan Isaan haa qananiisu. Maatii isaaniifi ummata muslimaa isaan dhabeef Rabbiin sabrii haa kennu!
Comments