

Sagantaan Da'awaa fi eebba Barattootaa magaalota adda addaa keessatti haala bareedaan geggeeffam
Magaalaa Ijaajii keessatti ;sagantaan eebba Haafizoota Qur'aanaa fi markaza Umar Ibnul Khaxxaab ijaruudhaaf galii waliitti qabuuf...


Biyya Jarmanii keessatti Paartiin farra-baqattootaa koonfaransii geggeessaa jiraatuun gabaafame.
Paartiin AfD jedhamu konfaransii guyyaa lamaaf turu magaalaa Kolony jedhamtu keessatti jalqabuu isaa Al Jaziiraan gabaase. Paartiin kun...


Magaalaa Funyaan Biraatti sagantaan goolabbii madrassaa geggeeffamuun gabaafame.
Godina Harargee Bahaa aanaa Gursuum magaalaa Funyaan Biraatti, Dubartoonni Masjiidattawfiiq keessatti qara’aa turan guyyaa har’aa Sirna...


Sagantaan Da'awaa guddaan magaalaa Arsii Nageelleetti geggeeffame.
Sagantaan moonaa masjiida Nuuriitti geggeeffama jiru kun kaaayyoon isaa, Ulamaa'oota biyya biyya jiran waliitti fiduun wal barsiisuu,...


Jama'aan dargaggoota magaalaa Jimmaa muslimoota mana hidhaa Ziwaayitti argaman Ziyaaraan.
Dargaggoonni 40 ol tahan Alhaada darbe magaalaa Jimmaa irraa ka’uudhaan,gara magaalaa Baatuu fageenya kiloomeetira 590 imaluun;...


Mootummaan Itiyoophiyaa fincila biyyaatti keessa tureen walqabatee ajjeechaan raawwatame qaama walab
Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii(UN) fi Gamtaan Awurooppaa (EU), Sababaa fincila ummataa ajjeechaa waraanni mootummaa ummata irratti...


Warshaan Harree qalu cufame.
Warshaan harree qalu kan magaala Bishooftutti hojii jalqabee ture, ajaja bulchiinsa magaalaa Bishooftuutiin cufamuun isaa beekkame. Itti...


Walitti dhaadannoon Ameerikaa fi Kooriyaa kaabaa jiddutti geggeeffamaa jiru daran hammaate.
Erga Waraanni Ameerikaa Buufata xayyaara waraana Mootummaa Suuriyaa irratti tarkaanfii haleellaa misaa’elaa fudhatee jalqabee, haalli...


Dr Zaakir Naayik badhaasa guddicha Peerkaasaa jedhamu argate
Daa’iin beekamaa fi jaalatamaan Dr Zaakir Naayik biyya Maaleeyshiyaa keessatti badhaasa guddicha "Perkasa National Gallantry Awards”...


Eega labsiin dhiifamaa labsamee as, lammiileen biyya teenyaa namoonni 200 qofati gara biyyaa deebi’u
Mootummaan Sa’ud Arabiyaa, Namoonni hayyama jireenyaa malee biyya isaa keessa jiraatan rakkoo tokko malee akka bahaniif jecha, labsii...