top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Sagantaan Da'awaa guddaan magaalaa Arsii Nageelleetti geggeeffame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Apr 22, 2017
  • 1 min read

Sagantaan moonaa masjiida Nuuriitti geggeeffama jiru kun kaaayyoon isaa, Ulamaa'oota biyya biyya jiran waliitti fiduun wal barsiisuu, iddoowwan hanqinni barnoota diinii jirutti barnoota diinii babaldhisuu fi barattoonni muslimaa barnoota diinii fi duuniyaatiinis akka ciman kakaasuuf akka ta’e maddeen gabaasaniiru.

Sagantaa kana irratti ulama'oonni fi Ustaazonni iddoo adda addaa irraa dhufuudhaan kan qooda irraa fudhatan yoo tahu ; Ulama'oota sagantaa kana irratti argaman jidduu; Sheekh Saafii Siraaj magaalaa Qalloo irraa,Sheekh Muhammad Amiin magaalaa Bulbulaa irraa, Sheekh Muhammad Raabii Hassan Qarsaa Muneessaa irraa, Sheekh AbdulGaffaar Shashamannee irraa akkasumas Sheekkoonni birootis argamuun; mataduree adda addaa irratti kan da'awaa godhan tahuu odeeffannoon argame ni addeessa.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page