Search
Jama'aan dargaggoota magaalaa Jimmaa muslimoota mana hidhaa Ziwaayitti argaman Ziyaaraan.
- NuuralHudaa
- Apr 19, 2017
- 1 min read

Dargaggoonni 40 ol tahan Alhaada darbe magaalaa Jimmaa irraa ka’uudhaan,gara magaalaa Baatuu fageenya kiloomeetira 590 imaluun; Obboleeyyan muslimaa sababa qabsoo hawaasni muslimaa biyya keessaa kaaseen; galmee Khadiir Muhammad jalatti himatamuun mana hidhaa Ziwaayiitti dararamaa jiran kan Ziyaaran tahuu odeeffannoon argame ni addeessa.
Obboleeyyan muslimaa hidhaan dararamaa jiran kanaaf; kennaa adda addaa kan gumaachaniif yoo tahu, Ziyaaraa kanaan gammachuun guddaan kan isaanitti dhagahame tahuus ibsaniiru.
Comentarios