top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Magaalaa Funyaan Biraatti sagantaan goolabbii madrassaa geggeeffamuun gabaafame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Apr 22, 2017
  • 1 min read

Godina Harargee Bahaa aanaa Gursuum magaalaa Funyaan Biraatti, Dubartoonni Masjiidattawfiiq keessatti qara’aa turan guyyaa har’aa Sirna cufiinsa Madrasaa kan geggeessan tahuu odeeffannoon argame ni addeessa.

Sagantaa kanarratti ulamaa’onniifi jiraattonni aanaa Gursuum araddaalee adda addaa irraa kan irratti hirmaatan yoo tahu, Saganticharratti Sheekh Muusaa Su’aalaa, Sheekh Usmaan Qaadii, Shekh ZIyaad Jabal, Shekh Hasan Abdussalaamiifii Sheekotiin birootis kan saganticharratti argaman tahuu odeeyfannoon naannawa sanirraa nu dhaqqabe ni ibsa.


 
 
 

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page