

Leenjiin Ahbaashoota magaalaa Adaamaatti geggeeffamaa ture goolabame.
Leenjii Caamsaa 12-14/2009 magaalaa Adaamaatti geggeefamaa ture kana kan qopheessan, majliisa Fedraalaatiifi kan naannoo Oromiyaa waliin ...


Koolleejjiin Islaamaa Abbaa Jifaar Barsiisoota Waggaa lamaaf leenjisaa ture Eebbisiise.
Sagantaan Eebbaa kun Masjiida guddicha magaalaa Jimmaatti argamu Masjiida Rahmaa’tti kan geggeeffamee oole yoo tahu, Daa'iwwan 45 ...


Hayyuu Islaamaa Dr.Zaakir Naayikiif lammummaan Sa'udii keennamuun gabaafame.
Mootummaan Hindii Hayyuu Islaamaa Dr.Zaakir Naayik, himannaa Shororkeessummaa itti banuun ni yadatama. Sababaa kanaaf Doktor Zaakir ...


Sagantaa Da'awaa guddaan Suudaan Magaalaa Khartuum keessatti geggeeffame.
Waldaan Da'awaa fi Misooma Itiyoophiyaa kan biyya Suudaan magaalaa Khartuum damee Umdurman, Umbaddaa al aashiraa irratti guyyaa hardhaa...


Mootummaan Itiyoophiyaa muslimoota dararuu cimsee itti fufeera.
Guyyaa hardhaa magaalaa Finfinnee Masjiida Beeteel kan naannawa Kolfeetti argamutti, hawaasni muslimaa salaata juma'aa sodaa guddaan kan...


Magaalaa Naayiroobiitti sagantaan Da'awaa guddaan geggeeffame
Sagantaa Da’awaa magaalaa Naayiroobiitti guyyaa hardhaa mata duree “Ramadaana akkamitti simanna” jedhu irratti lammiiwwan biyya...


Ergamaan Rabbii (SAW) Namoota Muslima hin ta'iiniif Ilaalcha Akkamii qabu?
Nuti hoo hardha Namoota Muslima hin ta'iiniif Ilaalcha akkamii qabna? Ergamaan Rabbii(SAW) hawaasa akkaan garaa jabaatu, kan waliif...


Yaman keessatti namoonni 180 dhukkuba Koleeraatiin du'uun gabaafame.
Dhukkuba Koleeraa Yaman keessaatti ka’een April 27 hanga hardhaatti namoonni 180 kan du'aani tahuu gabaasni Waldaa Fannoo Diimaa...


Haakaroonni Kompiyuutaroota kuma heddu vaayirasiin faalan. Odeeyfannoo
Sooftiweeriin Ameerikaan ittiin nama basaasuuf hojjatte tokko dhiheenya tana hatamee bahee, komputara nama hedduu galaafatutti jira....


Ummanni Harargee Bahaa fi lixaa waggaa 18 dura iddoo dhaloota isaanii irraa buqqa'anii turan amm
Bara 1991 A.L.H ti Sababa hoongee hamaa godinaalee Harargee lamaan muudateen; ummanni hedduun gara Godina Baleetti godaanaa kan ture yoo...