top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Sagantaa Da'awaa guddaan Suudaan Magaalaa Khartuum keessatti geggeeffame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • May 19, 2017
  • 1 min read

Waldaan Da'awaa fi Misooma Itiyoophiyaa kan biyya Suudaan magaalaa Khartuum damee Umdurman, Umbaddaa al aashiraa irratti guyyaa hardhaa sagantaa da'awaa guddaa gaggeessuun isaa beekame. Sagantaan kun mataduree “akkamitti Baatii Ramadanaa simanna” jettuun kan qophaa'e yoo ta’u, lammiiwwan biyya keenyaa lakkoofsaan heddu tahanii fi Ulamaa'onni biyya keenyaatis kan irratti qooda fudhatan tahu beekkameera.

Ulamaa'oota fii mashaa'ikoota sagantaa kana irratti hirmaatan jidduu, 1. Sheekh Jibriil Qamar 2 . Doktor Mohamed sali Jamaal 3.Sheekh Muusaa Jamaal(Durataa'aa waldaa kan ta'e) 4.Sheekh Abdallaah Khaliifaa 5. Ustaaz Nasraadiin Alii fi Ustaazonni birootis argamuu isaanii odeeffannoon argame ni addeessa.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page