top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Leenjiin Ahbaashoota magaalaa Adaamaatti geggeeffamaa ture goolabame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • May 23, 2017
  • 1 min read

Leenjii Caamsaa 12-14/2009 magaalaa Adaamaatti geggeefamaa ture kana kan qopheessan, majliisa Fedraalaatiifi kan naannoo Oromiyaa waliin yoo tahu, hooggantoonni majliisa Ahbaashotaa godinaalee Oromiyaa 14, aanaalee addaa 4 fi Bulchiinsa magaalaa 1 irra dhufan kan hirmaachise ta’uun beekkameera. Akkanumas Angawoonni Bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa fi hoggantoonni waajjira Bulchiinsaa fi nageenya aanaalee adda addaa irraa dhufann kan hirmaatan tahuu odeeffannoon argame ni addeessa. Dhuma leenjii kanaa irratti ibsa ejjannoo qabxii 11 qabu kan baasan yoo tahu, ibsa ejjannoo kana irratti; Barsiisni Wahaabiyyaa farra misoomaaf nageenyaa waan taheef ummata keenya ni barsiisna, masjiidotaa fi manneen murtii Shari’aa yoo ilaalcha wahaabiyyaa qabaatan akka isaan irraa fuudhamuu qabu kan jedhu akka keessatti argamu gabaasni kun ni mul’isa.

____________ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x

NuuralHudaa

https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com


コメント


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page