

Magaalaa Finfinnee rakkoon tajaajila Baankii cimaan jiraatuu gabaafame.
Magaalaa Finfinnee rakkoon tajaajila Baankii cimaan jiraatuu gabaafame. Baankiiwwan dhuunfaa ummanni hedduminaan itti tajaajilamu sababa...


Bulchiinsi Tiramp uggura lammiiwwan biyyoota muslimaa 6 akka Ameerikaa hin seenne jechuun baase hojj
Manneen Murtii sadarkaa duraa jiran irraa deddeebi'uun, ajajni bulchiinsi Tiramp lammiiwwan biyyoota muslimaa 6 irraa akka Ameerikaa hin...


Qatar Boba'aa Emireetsiif kennitu kan irraa hin kutne tahuu ibsite.
Emireets, biyyoota galoo galaana Arabiyaa hariiroo Qatar waliin qaban addaan kutan jidduu tokko yoo taatu, Qatar gama isiitiin boba'aa...


Magaalaa Londonitti muslimoota masjiidattii salaatanii bahaa turan irratti haleellaan raawwatame.
Magaalaa guddoo UK London keessatti haleellaa konkolaataan muslimoota irratti godhame kanaan, yoo diqqaate namoonni 8 kan du'anii fi...


📄BEEKSISA GABAABDUU📄
Kabajamtoota Hordoftoota Nuuralhudaa. Lakkofsa whatsappii keenya kan duraan fayyadamaa turrerraa gama lakkofsa haarayaatti jijjiirree...


Ertraan waliigaltee cabsuudhaan dachii kiyya humnaan qabatte; jechuun Jibuutiin himatte.
Torbaan kana keessa Qat ar loltoota ishii kan daangaa Eritiraa fi Jibuutii irratti argaman ergaa kaafte booda, Waraanni mootummaa...


Haleellaa magaalaa Al-Qudsitti raawwatameen lammiiwwan Falasxiin ajjeefamuun gabaafame.
Loltoonni Israa’eel magaalaa Al-Qudsitti galgala hardhaa haleellaa raawwataniin, yoo diqqaate lammiiwwan Falasxiin lama ajjeefamu...


Sunnaa Nabi Keenyaa ﷺ haa jiraachisnu
Nabi Muhammad ﷺ hoogganaa fi fakkeenya ummata kanaati. Isa hordofuudhaan yoo taate malee gammachuun hin argamu. Durummaa fi beekkamtiin...


Qaxar Jeettiiwwan Waraanaa F-15 jedhaman Ameerikaa irraa bitachuuf walii galuun gabaafame.
Qaxar Jeettiiwwan Waraanaa F-15 jedhaman, Ameerikaa irraa dolaara biliyoona kudha lamaan bitachuuf walii galuu isii ministeerri ittisa...