

Koreen Hawaasa Muslimaa Mana Murtii Sa'uudiitti dhihaatan
Ulama'oonnii fi Ustaazonni keenya kan guyyaa muraasa dura Sa'uudii magaalaa Jiddaatti hidhaman, guyyaa hardhaa mana murtii dhihaatuun...


Qaxar Ulaagaa biyyoonni galoo galaana Arabiyaa dhiheessan kan hin fudhanne ta’uu ibsite.
Biyyoonni Galoo Galaana Arabiyaa Sa'udii, Emireeti, Bahreeyn fi Masri Waxabajjii 5/2017, Qaxar dhaabbilee Shororkeessitootaa deeggarti...


Yamanitti yoo diqqaate namoonni 1,500 dhukkuba koleeraatiin du’uun gabaafame.
Laakkofsi namoota dhukkuba koleeraatiin qabamanii Yaman keessatti guyyatti nama 5,000 guddataa jedha Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO)....


Mootummaan Sa'udii yeroo dhiifama kan dheerreesse tahuu labse.
Mootummaan Sa'udii baqattoonni biyya biroo kannen waraqaa hayyama jireenya hin qabne, ji'a 3 keessatti biyyatti lakkisaanii akka bahan...


Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii gaafiin Sa’udiin faati Qaxar akka Aljaziiraa cuftu dhiyeessan fud
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii(UN) biyyoonni Galoo galaana Arabiyaa Sa'udii, Emireeti, Bahreenii fi Masri qoqqobbii biyya ollaa...


Majliisni Ahbaashotaa yaali masjiidota to’annaa ufii jala galfatuuf godhan cimsanii itti fufaniiru.
Guyyaa hardhaa masjiida haarawaa magaalaa Finfinnee naannawa Afincoo barr jedhamutti abbaa qabeenyaa tokkoon ijaaramee xumurame,...


Israa’eel, Emireetsii fi Masr, Gaazaa irratti Bulchiinsa haarawa muuduuf karoorfatuun isaanii gabaaf
Isra’eel, UAE fi Misraan Muhammad Dahlan nama jedhamu kan miseensa hooggansa dhaaba Fatah turee fi yeroo ammaa koolugaltummaan UAE keessa...


Mootummaan Itiyoophiyaa Sa'udiin Yeroo dhiifama akka dheeressitu gaafadhe jedha.
Mootummaan Sa'udii lammiiwwan biyyoota adda addaa kan Hayyama jireenyaa hin qabne guyyaa 90 keessatti biyyaattii lakkisanii akka bahan...


IID MUBAARAK
Addeessi guyyaa harraa mul’attee waan jirtuuf ayyaanni Iidal Fixr guyyaa boruu, Alhada waxabajjii 25 bara 2017 irra akka oolu beekkamee...


Haleellaan Bombii Masjiidal Haram irratti raawwatuuf karoorfame fashaluun gabaafame.
Mootummaan Sa'udii Haleellaa Masjiidal Haram irratti raawwatuuf karoorfame poolisoonni to’annaa jala olchuu ibse. Ministrii dhimma biyya...