top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Koreen Hawaasa Muslimaa Mana Murtii Sa'uudiitti dhihaatan

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jul 3, 2017
  • 1 min read

Ulama'oonnii fi Ustaazonni keenya kan guyyaa muraasa dura Sa'uudii magaalaa Jiddaatti hidhaman, guyyaa hardhaa mana murtii dhihaatuun isaanii beekame. In shaa ALLAH dhiheenyatti hikamu jedhame eegama. Rabbiin Nagayaan hidhaarraa isaan haa baasu!

NuuralHudaa Soora Qalbii Mulimaa www.nuuralhudaa.com

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page