top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Mootummaan Sa'udii yeroo dhiifama kan dheerreesse tahuu labse.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jun 30, 2017
  • 1 min read

Mootummaan Sa'udii baqattoonni biyya biroo kannen waraqaa hayyama jireenya hin qabne, ji'a 3 keessatti biyyatti lakkisaanii akka bahan jechuun isaa ni yaadatama. Yeroon keennamee ture kun July 27/2017 kan dhume yoo tahu, Kamisa kaleessaa immoo mootummaan Sa’uudii yeroo dhiifamaa kana ji'a tokkoof dheeressuu isaa odeeffannoon Sa’udi Press Agency irraa argame ni addeessa.

Mootiin Sa'udii July 24 irraa hanga guyyaa 30 keessatti lammiileen biyyoota adda addaa Sa'udii keessa jiraatan kan waraqaa jireenya irraa dhumate akka haaromsiifatan, kanneen hin qabne immoo biyyattii lakkisaanii akka bahan akeekkachiiseera.

______ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page