top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Magaalaa Finfinnee rakkoon tajaajila Baankii cimaan jiraatuu gabaafame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jun 22, 2017
  • 1 min read

Magaalaa Finfinnee rakkoon tajaajila Baankii cimaan jiraatuu gabaafame.

Baankiiwwan dhuunfaa ummanni hedduminaan itti tajaajilamu sababa Neetworkiin dhabameef tajaajila keennaa kan hin jirre tahuu maddeen gabaasaniiru. kanaan dura ummanni Baankii Biyyoolessa Itoophiyaa irraa tajaajila gahaa argachuu waan hin danda'iniif, yeroo hedduu baankiiwwan dhunfaatti kan tajajilamaa ture yoo tahu, yeroo amma kana immoo baankiiwwan dhuunfaa kun tajaajila gahaa kennaa kan hin jirre tahuu jiraataan magaalaa Finfinnee nuuf himee jira.

Akka jiraataan kun jedhutti

"Baankiiwwan dhuunfaa tajaajila dansaa irraa argataa turre, yeroo ammaa garuu tajaajilli gahaan hin jiru, yoo sababni maali jenne gaafannu rakkoo Networkiiti nun jedhu, Baankiin Biyyooleessa garuu rakkoo Networkii hin qabu; haata'uu malee tajajila gahaa irra argatuu hin dandeenye, rakkoo tajaajila baankii guddatu jira” jedha.

__

Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page