top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

📄BEEKSISA GABAABDUU📄

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jun 17, 2017
  • 1 min read

Kabajamtoota Hordoftoota Nuuralhudaa. Lakkofsa whatsappii keenya kan duraan fayyadamaa turrerraa gama lakkofsa haarayaatti jijjiirree jirra. Lakkofsi Odeeyfannoofi Yaadni Addaa itti ergamu, +1 (816) 739-8986 (Whatsapp, Imo, Telegram, Viber) Lakkofsi Gaafiin Fataawaa itti ergamu, +1 (516) 254-8900 (Whatsapp Qofaan, guyyaa beeksisni bahe qofa)

Yaadachiisa: Lakkofsi Gaafiin Fatwaa irratti ergamu, guyyaa gaafii fataawaa keeysummeeysuuf beeksisa baasne qofa banama. Lakkofsa odeeyfannoo irrattis gaafii Fatwaa kamuu kan hin keeysummeeysine tahuu kabajaan isin beeksisna. Lakkofsi Amma dura whatsappii fii Telegram itti fayyadamaa turre (+1 816 726 5070), yeroo ammaatti Tajaajila kennaa hin jiru. Namni dhaamsa addaa amma dura lakkofsa san irratti erge, lakkofsa haaraya (+1 816 739-8986) irratti akka nuu ergu dhaamsa kabajaafi ulfinaa isinii dabarsina.

NuuralHudaa Soora Qalbii Muslimaa __ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com


Komentarai


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page