

Ogeeysa Manaa
Namicha mana ijaaruun muuxannoo jabaa qabu tokkotu ture. Namichi kun umriin hedduu waan manguddoomeef, dalagaa mana ijaaruu tana dhaabuu mu


Aanaa Adaabbatti waraanni mootummaa ummata ukkaamsuu itti fufee jira.
Aanaa Adaabbaa magaalaa haqootti waraanni mootummaa dargaggoota magaalatti keessatti argaman adamsaa jira jechuu maddeen keenna naannawa...


Fakkeenya Gaarii
Yeroo khaliifummaa Umar Ibnul Khaxxaabitti Dargaggoonni sadii namticha tokko qabanii, gara Amiira muslimootaa fidan. Yaa Amiiral...


Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti namoonni 500 ajjeefamuu mootummaan amane.
Dhaabbileen mirga dhala namaatiif dhaabbanne ofiin jedhan kan akka Human right watches fi dhaabbileen Addunyaa hedduun, fincila ji'ootaaf...


Labsiin dhiheenya kana labsame mormii ummataa daran kan cimsu tahuu gabaafame.
Gaazexaan Guddichi Ameerikaa keessatti maxxanfamu Washington Post jedhamu " Labsiin yeroo muddamaa Itoophiyaa keessaatti labsamuun hojii...


Jarjartee Hin Murteessin!
Mootii Impaayera Usmaaniyyaa (Otomaan) kan ta’e Sulxaan Muraad 5ffaan, yeroo heddu halkaniin of dhoysee magaalaa keessa babbahuudhaan...


Aanaa Leemmuufii Bilbilootti Boombiin Ummata irratti darbame.
Godina Arsii bahaa aanaa Leemmuu fi Bilbiloo ganda Qoomaa Wolqixxeetti bulchiinsi gandaa boonbii ummata irratti darbuun, namoonni hedduun...


Magaalaa Shaashamanneetti mootummaan ummata irratti saamicha geeggeessaa jiraatuu beekame.
Mootummaan Itoophiyaa fincila guutuu biyyattiitti ummanni itti kaaseen fulbaana 28/2009 irra kaasee Labsii yeroo Ariifachiisaa labsuun...


Fincilli ummataa ammas akkuma itti fuufetti jira.
#OromoRevolution Mootummaan waraana isaa bobbaasuun ummata meeshaa hin qabne irratti waraana labsee lammiiwwan ajjeesuu fi hidhuu...


Aanaa Leemmuu fi Bilbilotti Caasaaleen Mootummaa heddu barbaadawe
Godina Arsii bahaa aanaa Leemmuu fi Bilbilootti fincila torbee kana keessa geggeeffameen waajiraaleen gandaa hedduun barbadaa'uun...