

Fincilli Ummataa Arsii Roobeetti cimee itti fufee jira.
Arsii Roobeetti kaleessa galgala irraa jalqabee ummataaf waraana mootummaa jiddutti lolli cimaan kan geggeeffamaa jiru tahuu odeeyfannoon...


Mootummaan Ummata dirqiin Walgahiif baasaa jira
Odeeyfannoon ammaan tana Magaalaa Ciroo irraa arganne akka mul’isutti mootummaan dirqamaan ummata gara walgahii oofaa jira. Magaalaa...


Magaalaa Dodolaatti waraanni mootummaa ummatni akka manaa hin baane labse.
Guyyaa kaleessaa magaalaatti keessatti fincilli cimaan ummataaf waraana mootummaa jiddutti kan godhamaa oole yoo tahu, namoonni hanga...


Muslimoonni galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himataman Onkololeessa 10/2009 beellamaman.
Muslimoonni kun guyyaa hardhaa mana murtii ol'aanaa Federaalaatti dhihaataniiru. Muslimoota kana irratti manni murtii mootummaa baatii 8...


Mootummaan Ummata dirqiin Walgahiif baasaa jira
Odeeyfannoon ammaan tana Magaalaa Ciroo irraa arganne akka mul’isutti mootummaan dirqamaan ummata gara walgahii oofaa jira. Magaalaa...


Mootummaan Ummata Salaata dhoorkutti jira
Guyyaan har'aa guyyaa jum'aati. Guyyaa Muslimni hundi isaatuu jama'aan walitti qabamee salaata isaa masjiidatti geggeeffatu. Haa ta'u...


Mormiin Oromiyaa keessaa daran jabaatee itti fufee jira
Sochiin daldalaafii hojii Oromiyaa keessaa har’as akkuma addaan citetti jira. Mootummaanis tarkaanfii garagaraa fudhataa akka jiru...


Sochiin Oromiyaa keessaa har’as jabaatee itti fufee jira
Magaalaaleen Oromiyaa hedduun isaanii guyyaa har’aatis hiriiria keessummeessaa jiru. Qabeenyi mootummaa fi Waajjiraaleen mootummaatis...


Magaalonni Oromiya guyyaa har'aatis Mormii guddaa keessummeessa jiru
Erga Waraanni mootummaa guyyaa alhadaa Magaalaa Bishooftutti ummata nagayaa irratti dhukaasa banuun du’aa namoota dhibbaan lakkaawamanii...