

Waldaan Qur'aana Itoophiyaa Ayyaana Arafaa sababeeffatuun Harka qalleeyyii fi Yatiimotaaf deegga
Waldaan Kun bara 1980 Haaji Muhammad Awwal Raja'an kan hundeeffame yoo tahu, Harka qalleeyyii fi Yatiimota jalatti argamaniif Ayyaana...


HAADHAA fi ILMA
Haadha: Yaa ilma kiyya, gafa si dhalu cinqaan ani arge xiqqaa miti. Dafqi narraa yaa’e waraabbamee hin dhumatu. Waan lubbuun na keessaa...


Al-Qaanuun Fixxibbi
Kitaabni Suuraa irratti argitan kun Al Qaanun Fixxibb jedhama. Kitaaba kana Muuziyamii keessatti yoo taate malee bakka biraatti argachuun...


Rahmata Aalamaa kutaa 2ffaa
DOWNLOAD Rasuulli ﷺ duniyaa irraa akkaan nama dantaa dhabaadha turan, bolola isii xiqqamallee hin qaban, Isii irraa waanuma dhimma itti...


Hujjaajonni Sirna hajjii isaanii Xumuruun gara biyya irraa dhufaniitti deebi'uu jalqaban.
Muslimoonni biyya adda addaa irraa dirqama Rabbiin isaan irra kaahe raawwatuuf waggaa waggaan gara Magaalaa kabajamtuu Makkaatti imalu....


Waldaan Tokkummaa Muslimoota Ityoophiyaa magaalaa Riyaadiitti sagantaa Muhadaraa guddaa geggeessuun
Waldaan kun Aaliima guddaa biyya keennaa Sheekh Ahmad Musxafaatiin kan hoogganamu yoo tahu, kamisa galgala magaalaa Riyaadiitti sagantaa...


Rahmata Aalamaa
Rasuulli ﷺ irra arjaa Ilmaan namaati, irra tolaa haalaa fi amalaati, irra urgaawaa namaati Shurufkaan, Irra guutuu namaati aqliidhaan,...


Guyyaa Kaleessaa Sa'uud Arabiyaa Magaalaa Jiizaanitti, sagantaan addaa qopheeyfame.
Sagantaan kun Jama'aa Yatiimota Answariin kan qophaa'e yoo tahu, sagantaa kana irraatti Kitaabni Obboleessa keenna Suleeyman Hasseen mana...


Magaalaa Goondar naannoo Qidaamee Gabayaa jedhamutti dukkaanonni muslimootaa hedduun gubatan.
Ibiddi kun halkan edaa naannoo saa'aa 4:00 kan ka'e yoo tahu, dukkaanonni naannawa sanitti argaman guutumaan guututti kan barbadaa'an...