top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Guyyaa Kaleessaa Sa'uud Arabiyaa Magaalaa Jiizaanitti, sagantaan addaa qopheeyfame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Sep 16, 2016
  • 1 min read

Sagantaan kun Jama'aa Yatiimota Answariin kan qophaa'e yoo tahu, sagantaa kana irraatti Kitaabni Obboleessa keenna Suleeyman Hasseen mana hidhaatti barreesse ተፅዕኖ ፈጣሪነት(Tetsinoo Fexarinet) jettu kan eebbifamee fi gurguramaa kan oole tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Shamarran qabsoo nagayaa Hawaasni muslimaa biyya keessatti geggeessaa jiru, yeroo adda addaatti deeggarsa godhaa turan Sumayyoonni magaalaa Jizaan ammas hidhamnee jirra qabsoon itti fuufa jechuun deeggarsa qabsiichaaf qaban ibsatuu isaanii maddeen nuuf gabaasanii jiru.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page