

Jama'aan Muslima Magaalaa Shaashamannee koree furmaata barbaaduu hawaasa muslimaa Ziyaaran.
Muslimoonni kun konkolaataa minibaasii 6 gutuun gara magaalaa Finfinnee dhaqanii koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan ziyaaran...


Naannoo Amaaraa Magaalaa Gondaariitis Hawaasni muslimaa salaata Iidaa booda mormii dhageessisuu beek
Hawaasni Muslimaa magaalaa Gondaar iddoo Salaataatti afuuffaa diimaa samii irratti lakkisuun akkasumas harka lamman qaxxaamuruun...


Muslimoonni Magaalaa Furii guyyaa har'aa Salaata Iidaa irratti mormii guddaa godhan
Mormii kanarrattis Kaardii Diimaa kan agarsiisan yoo ta'u, Dhaadannoowwan "Mootummaan Qeeqa hin fudhanne aangoo irra turuu hin danda'u",...


Biyya Awustraaliyaa Magaalaa Siidniitti, Muslimoonni kuma 30 ol ta'an Salaata Iidaa irratti hirm
Muslimoonni kun Naannoo Masjiid Laakembaatti walitti qabaman karaa guutanii cufuudhaan Salaata Iidaa isaanii xumuratanii gara mana ofii...


Arsii Lixaa, Magaalaa Dodolaatti Ummanni salaata Iiidaa haala kanaan hirmaatee ture.
Ummanni ofuma isaaniitii Koree nagaya kabbajjisiisu qopheessuun, salaata isaanii nagayaan salaatanii gargar bahanii jiru. Ummannis...


Hajji Baranaa irratti namoonni Miiliyoona lamatti kalaayan, kan argaman ta’uu, hoogganaa Itaatistiik
Akka gabaasa isaatitti, Hajjii bara kanaa irratti muslimoonni 1,862,909 argamanii jiru. Kanniin keessaa 1,325,372 biyyoota garagaraa...


Guyyaa har’aa Zulhijjaa 9 muslimoonni miiliyoona 2 tahan, Adunyaa guutuu irraa dirree Arafaatti wali
Guyyaan Arafaa guyyaa hujjaajonni gara gaara Arafaatti imalaniidha, gaarri Arafaa fageenya kiilomeetira 20 kibba baha magaalaa Makkaatti...


Arsii Lixaa Magaalaa Qoretti Ummatni manneen Kaabinootaa gubuudhaan, agaazii tokko ammoo eboon waraa
Guyyaa har’aa waraanni Agaazii namoota nagayaa awwaalaa deebi’aa turan irratti dhukaasuun lammiilee nagayaa sadi ajjeesuu isaa isiniif...


Godina Arsii Lixaa, Magaalaa Qoreetti Agaaziin galgala kana Ummata nagayaa irratti dhukaasa banuun n
Guyyaa kaleessaa waraanni Mootummaa Godina Arsii Lixaa, Aanaa Arsii Nageellee Magaalaa Leephis keessatti dargaggeessa dhalataa Magaalaa...


Obboleewwan keenya badii takkaan malee hidhamanii waggoota Afuriif mana hidhaa keessatti dararamaa t
ALLAAHU AKBAR Muslimoonni galmee Ustaaz Abubakar Ahmad Jalatti himataman 9, akkasumas kanneen galmee Eeliyaas Kadiir jalatti himataman 4,...