Search
Hajji Baranaa irratti namoonni Miiliyoona lamatti kalaayan, kan argaman ta’uu, hoogganaa Itaatistiik
- Odeeyfannoo
- Sep 12, 2016
- 1 min read

Akka gabaasa isaatitti, Hajjii bara kanaa irratti muslimoonni 1,862,909 argamanii jiru. Kanniin keessaa 1,325,372 biyyoota garagaraa irraa kan walitti dhufan yoo ta’u, kan hafan 537,537 jiraattota Sa’uudiiti Kanneen lammii Sa’uudii hin taane 1,692,417 yoo ta’an, Lammiileen Sa’uudii ammoo 170,492 ta’an. Warra barana Hajjii kanarratti hirmaatan keessaa dhiirri 1,082,228 yoo ta’an, Dubartoonni ammoo 780,681 akka ta’an, gabaasni Hoogganaa Istaatiksii irraa argame ni addeessa.
Hunda isaanii Rabbi Haa Milkeessu
Comments