top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Muslimoonni Magaalaa Furii guyyaa har'aa Salaata Iidaa irratti mormii guddaa godhan

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Sep 12, 2016
  • 1 min read

Mormii kanarrattis Kaardii Diimaa kan agarsiisan yoo ta'u, Dhaadannoowwan "Mootummaan Qeeqa hin fudhanne aangoo irra turuu hin danda'u", Bilisummaa barbaadna kan jedhanii fi kan biroos qabatanii jiru


Comentários


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page