top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Godina Arsii Lixaa, Magaalaa Qoreetti Agaaziin galgala kana Ummata nagayaa irratti dhukaasa banuun n

  • Odeeyfannoo
  • Sep 10, 2016
  • 1 min read

Guyyaa kaleessaa waraanni Mootummaa Godina Arsii Lixaa, Aanaa Arsii Nageellee Magaalaa Leephis keessatti dargaggeessa dhalataa Magaalaa Qoree tokko kan ajjeese yoo ta’u, guyyaa har’aa ammoo ummanni Magaalaa Qoree osoo dargaggeessa kana awwaalanii deebi’aa jiran, ummata nagayumaan deemaa jiru irratti dhukaasa banuun akka ajjeese odeeyfannoon naannawa irraa nu dhaqqabe ni addeessa.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page