Search
Arsii Lixaa, Magaalaa Dodolaatti Ummanni salaata Iiidaa haala kanaan hirmaatee ture.
- NuuralHudaa
- Sep 12, 2016
- 1 min read

Ummanni ofuma isaaniitii Koree nagaya kabbajjisiisu qopheessuun, salaata isaanii nagayaan salaatanii gargar bahanii jiru. Ummannis imaamotaa fi aalimootaan durfamee ibaadaa guddaa kana dabarsanii jiran.
Comments