Obboleewwan keenya badii takkaan malee hidhamanii waggoota Afuriif mana hidhaa keessatti dararamaa t
- Odeeyfannoo NuuralHudaa
- Sep 10, 2016
- 1 min read

ALLAAHU AKBAR
Muslimoonni galmee Ustaaz Abubakar Ahmad Jalatti himataman 9, akkasumas kanneen galmee Eeliyaas Kadiir jalatti himataman 4, dabalataanis kanneen galmee Amaan Asaffaa jalatti himataman keessaa ammoo muraasni har’a hiikamanii jiran
Ammas warroota hafan Rabbiin nuu haa baasu
Comments