Search
Naannoo Amaaraa Magaalaa Gondaariitis Hawaasni muslimaa salaata Iidaa booda mormii dhageessisuu beek
- Odeeyfannoo
- Sep 12, 2016
- 1 min read

Hawaasni Muslimaa magaalaa Gondaar iddoo Salaataatti afuuffaa diimaa samii irratti lakkisuun akkasumas harka lamman qaxxaamuruun ajjeechaa mootummaan ummata biyyattii irratti raawwataa jiru balaaleffatuun beekamee jira.
Salaata irraa yeroo deebi'anis dhaadannoowwan adda addaa dhageesisaa kan turan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.
Comments