Search
Mootummaan Ummata Salaata dhoorkutti jira
- Odeeyfannoo
- Oct 7, 2016
- 1 min read

Guyyaan har'aa guyyaa jum'aati. Guyyaa Muslimni hundi isaatuu jama'aan walitti qabamee salaata isaa masjiidatti geggeeffatu. Haa ta'u malee dhiphina hamaa keessa kan seene mootummaan ummatni salaataaf manaa akka hin baane sagale gudistuun lallabaa akka jiru gabaasni Magaalaa Dodolaa irraa arganne ni addeessa.
Rabbi Obboleewwan keenya Shira mootummaa jalaa haa eegu
Comentários