Search
Mootummaan Ummata dirqiin Walgahiif baasaa jira
- NuuralHudaa
- Oct 7, 2016
- 1 min read

Odeeyfannoon ammaan tana Magaalaa Ciroo irraa arganne akka mul’isutti mootummaan dirqamaan ummata gara walgahii oofaa jira. Magaalaa Ciroo Ganda Bashaa keessa guyya kaleessaa mormiin kan godhame yoo ta’u, waraanni mootummaatis dhukaasa ummatarratti banee ture. Dargaggoonni muraasnis dheessanii gaaratti galanii jiran Har’a ammoo Galma Xaa’ootti walgahiif ummata dirqiin guuraa akka jirtu odeeyfannoon keessaan arganne ni addeessa.
Comments