

Ameerikaa keessatti Jibbaan Islaamummaa daran Jabaataa jira
Abdulaziiz Usmaanii jedhama. Ijoollee waggaa 7 yoo ta’u, barataa kutaa tokkoffaati. Mana baruumsa North Carolinatti kan baratu yoo ta’u,...


Mootummaan Ameerikaa Itiyoophiyaa akeekkachiise
Mootummaan Ameerikaa Michuu isii kan ta’e Mootummaa Itiyoophiyaa dhimma Labsii yeroo Ariifachiisee waliin walqabatee akeekkachiisa kennee...


Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii hidhaafi ukkaamsuun furmaata hin ta’u jedhe.
Dhaabbata Mootummoota gamtoomanitti Koomishanarri mirga namoomaa irra deebi’uudhaan mootummaan Itiyoophiyaa, qorattootaaf heeyyama akka...


Hayyu dureen Jarman mormiin heyyamamuu qaba jette.
Chaansilariin biyya Jarman Angeelaa Meerkil daaw’annaa guyyaa har’aa Itiyoophiyatti godhaa jirtu irratti mootummaa Itiyoophiyaaf dhaamsa...


Guyyaa hardhaa godina Iluu Abbaa Booraatti namni 3 ajjeefame.
Mormii guyyaa hardhaa godina Iluu Abbaa Booraa magaalaa Gachiitti geggeeffame irratti dargaggoonni sadii wareegamuu beekame. Mormii...


Mootummaan labsii yeroo ariifachiisaa jechuun labse hojjii irra oolchuu jalqabe.
Kaleessa galgala irraa jalqabee magaalaa Ciroo fi Baaddeeysaatti sakatta'iinsa cimaatu godhamaa jira jechuun jiraataan naannawa sanii nuf...


Fincilli ummataa guyyaa hardhaatis cimee itti fuufee jira.
Ummanni godinoota Oromiyaa adda addaa keessatti humnoota mootummaa fi deeggartoota mootummaa irratti tarkaanfii fudhataa jiraatuu...


Fincilli ummataa guyyaa hardhaatis itti fuufee jira.
Godinoota fi magaalota Oromiyaa adda addaa keeysatti ummanni fincila cimaa geggeessaa jira. Godina Shawaa Bahaa magaalaa Baatuutti...


Mootummaan Itiyoophiyaa Labsii yeroo Ariifachiisaa labse.
Mormii fi Fincila dhiheenya kana Naannoo Oromiyaa keessatti godhamaa jiru hordofee mootummaan muddama guddaa keessa seenee jira. Kanumaan...


Koreewwanii fi Ustaazota hidhaa irraa hiikkamaniif badhaasni kenname
Koreewwanii fi Ustaazota hidhaa irraa hiikkamaniif badhaasni kenname Guyyaa kaleessaa Jama'an Sumayyootaafii Selamawii taagayooch...