Search
Hayyu dureen Jarman mormiin heyyamamuu qaba jette.
- Odeeyfannoo
- Oct 11, 2016
- 1 min read

Chaansilariin biyya Jarman Angeelaa Meerkil daaw’annaa guyyaa har’aa Itiyoophiyatti godhaa jirtu irratti mootummaa Itiyoophiyaaf dhaamsa dabarsite. Dhaamsa isii kanaanis mootummaan mormii heeyyamuu qaba jette. Akkasumas tarkaanfiin Poolisiin fudhatus madaalawaa akka ta’uu qabu dhaamte. Dhimma siyaasaa biyya kanaa keessattis mootummaan mormitoota wajjiin hojjachuu akka qabus ibsa guyyaa har’aa kenninteen beeksistee jirti.
Comentarios