

Muslimoonni Roohingaa 90,000 ol, Guyyoota 10 keessatti qe’ee isaanii irraa buqqa'uun ibsame.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii akka jedhutti: guyyaa 10 keessatti qofa Muslimoonni Rohingaa 90,000 ol dararaa fi ajjeechaa waraanni...


Ameerikaa kutaa magaalaa Los Anjeles keessatti Ibiddi qabate.
Hojjattoonni balaa ibiddaa magaalaa Los Anjeles ibidda naannawa magaalattiitti ka’e dhaamsuuf tattaaffii cimaa godhaa jiru. Seenaa...


Rooba guddaa guyyaa har'aa magaalaa Roobeetti roobeen daandiin cituun beekame.
Rooba gannaa guutuu biyyattiitti Roobaa jiruun iddoo adda addaatti daandiiwwan ciitaa jiraatuu odeeyfannoon argame ni addeessa. Rooba...


Mootummaan Turkii, "yoo dhaabbanni mootummoota gamtoomanii dide, nuti mootummaa Miyaanmaar irra
Pirezdantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan, Kora dhaabbata mootummoota gamtoomanii kan dhuma ji'a kana keessa Niiwuyoorkitti geggeeffamu...


Kooriyaa kaabaatti Hollannaan lafaa uumamuun gabaafame.
Dhaabbanni qorannoo lafaa ykn geological survey of America akka gabaasetti, Sochiin lafaa magnityuudii 6.3 shallagamu, Kooriyaa kaabaa...


Ityoophiyaa naannoo adda addaa keessatti Robaa gannaatiin walqabatee Daandiileen cituun ibsame.
Godina baalee magaalaa Roobeetti Khamisaa dabree rooba cimaa roobeen daandii fi manneen jireenyaa irratti midhaa dhaqabuu odeeffannoon...


Lakkoofsi Muslimoota Rohiingaa qe'ee isaanii irraa buqqa’aanii dabalaa dhufuu ibsame.
Ajjeechaa fi dararaan Waraanni Miyanmaar muslimoota Rohingaa irratti raawwatu kan hammaataa dhufe yoo tahu . Kutaa Rakhiini jedhamu...


Manni Murtii Keenyaa Qabxii Filannoo Prezadantummaa biyyattii kuffise
Ummanni Keenyaa August 8/2017 filannoo pirezadantii biyyatti kan rawwate yoo tahu, Komishiiniin filannoo biyyattii Uhuruu keeniyaataa...


Keeniyaan Seera Feestaala/Niikkaa fayyadamuu dhoorku labsite.
Seerri kuni hujii irraa kan oole Isniina galgalaa kaasee yoo tahu, kanaan booda Feestaala/Niikkaa biyyattii keessatti oomishuus ta’ee...


Yaaliin misa’elaa kooriyaan kaabaa naannawa qilleensa Jaapaan irraan furguuggastte ammas addunyaa ya
Kooriyaan kaabaa halkan Isniina yaalii misaa’ilaa kan goote yoo tahu, yaaliin ammaa kun qilleensa Jaapaan irraan furguugefamee galaana...