

Mormiin lagannaa gabaa fi manaa bahuu diduu kan guyyaa 5f labsame har'as guyyaa 3ffaaf geggeeffa
dukkaanonni magaalota Oromiyaa hedduu keessa jiran cufamaniiru. Sochiin geejjiibaatis iddoo heddutti geggeefamaa hin jiru. Qaamoonni...


Qatar seera mirga hojjatoota biyya alaa eegsisa jette baasuu beeksifte.
Qatar seera mirga hojjattoota biyya alaa eegsisu kan raggaasifte ta’uun gabaafame. Qatar hanga ammaatti seera akkana kan hin qabne yoo...


Mormiin lagannaa gabaa fi Manaa bahuu diduu guyyaa lammaffatiif itti fufee jira.
Mormiin guutuu Oromiyaatti kaleessa jalqabame, guyyaa hardhaa magaalonni hedduun kan kaleessa hin hirmaatin itti dabalamuu odeeyfannoon...


Naannoo Oromiyaa Keessatti Lagannaan Gabaa fi Mormiin Manaa bahuu diduu geggeeffamaa jira.
Lagannaan gabaa fi mormiin manaa bahuu diduu guutuu Oromiyaatti waamame, ganama hardhaa kan jalqabame tahuu odeeyfannoon argame ni...


Markazni Khalid Ibnwalid kan godina Baalee magaalaa Roobeetti argamu barattoota 40 Hifzii Qur'aa
Markazni (Manni barumsaa qur'aanaa) kuni bara 2006 Akka lakk Habashaatti kan ijaarame yoo tahu, Barattoota 40 waggaa sadihiif erga...


Weerarri liyyuu poolisii naannoo Somaalee gandoota Harargee Bahaa keessatti hammaataa dhufuun beekka
Weerarri liyyuu poolisii naannoo Somaalee gandoota Harargee Bahaa keessatti hammaataa dhufuun beekkameera. Weerarri Liyyuu poolisiin...


Guyyaa kaleessaa Balaa tasaa aanaa Gadab Asaasaatti uumameen Beeyladoonni 70 ol dhuman.
Beeyladoota goda keessa turan irratti godni jiguun balaa uumame kanaan, beeyladoonni 70 dhumu odeeyfannoon argame ni addeessa. Balaa...


Tiraamp Gorsaa isaa hojii irraa ari'e.
Yeroo duula filannoo Traamp geggeessaa ture irraa kaasee hanga ammaatti tarsiimoo baasuuf gorsaa waayit haawus tahuun kan tajajilaa ture...


Lakkoofsi namoota Ameerikaa irraa gara Kanaadaatti baqatanii dachaa Afuriin dabaluun gabaafame.
Jalqaba ji'a Adoolessaa irraa kaasee torbee lama keessatti godaantonni Ameerikaa keessa jiraataa turan 3,800 ol, karaa seeraan alaatiin...


Manni murtii Muummicha ministeera Hayilamaariyam fi Qondaaltonni biro akka dhiyaatan ajaja dabarse.
Manni murtii dhimma hooggantoota dhaaba Kongirasii Fedraala Oromoo kan Galmee obbo Gurmeessaa Ayyaanoo jalatti himataman ilaalaa jiru,...