Markazni Khalid Ibnwalid kan godina Baalee magaalaa Roobeetti argamu barattoota 40 Hifzii Qur'aa
- NuuralHudaa
- Aug 19, 2017
- 1 min read
Markazni (Manni barumsaa qur'aanaa) kuni bara 2006 Akka lakk Habashaatti kan ijaarame yoo tahu, Barattoota 40 waggaa sadihiif erga leenjisee booda guyyaa har'aa eebbisiiseera.
Sagantaa eebbaa kanarratti ulamootaafii ummanni lakkoofsaan baayyee tahe argamaniiru,
Sirna eebbaa kana irratti deeggarsa markazichaatiif akka ta'u gargaarsi adda addaa godhamuun gabaafameera.





____ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com
Комментарии