Search
Guyyaa kaleessaa Balaa tasaa aanaa Gadab Asaasaatti uumameen Beeyladoonni 70 ol dhuman.
- NuuralHudaa
- Aug 19, 2017
- 1 min read
Beeyladoota goda keessa turan irratti godni jiguun balaa uumame kanaan, beeyladoonni 70 dhumu odeeyfannoon argame ni addeessa. Balaa kanaan miidhaan nama irra gahe kan hin jirre yoo tahu, hoolotni 70 dhumaniiru. walumaagalatti balaa dhaqqabe kanaan qabeenyi qarshii 60,000 tti tilmaamamu kan bade tahuu maddeen gabaasaniiru.



Comments