

SEERAALIYOON
RABBIIN BALAA AKKANAA NAMARRAA HAA QABU. Dhoqqee Keeysa Janaazaa Barbaadutti jiru. Waraanni biyyattii wayta nama lubbuun hafe barbaadu....


Naannoo Sumaaleetti lammiileen 700,000 ol Beela hamaaf Saaxilamuun himame
Gabaasni dhaabata gargarsaa “Oxfam International” jedhamu irraa bahe akka mul'isutti, Naannoo Sumaaleetti hanqinni nyaataa hammaachaa...


Ustaaz Abubakar Ahmad dhukkubsatee yaalamuuf gara Taayilaand Imaluun gabaafame.
Ustaaz Abubakar Ahmad dhukkubsatee yaalamuuf gara Taayilaand Imaluun gabaafame. Walitti qabaa Koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa...


Sa’udiin daangaa isii Hajjaajota Qaxariif banuu beeksifte.
Qoqqobbii biyyoonni galoo galaana Arabiyaati fi Masri Qaxaar irra kaayaan hordofuun, jia’a waxabajjii irraa eeggalee Sa’udiin sochii gara...


Imaamni Masjida Guddicha Biyya Kuweet Burkiinaafaassoo keessatti ajjeefame.
INNA LILLAHI WAINNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Imaama masjiida guddicha biyya Kuweet kan ta’e Dr Walid Al-Ali fi itti aanaan isaa magaalaa...


Balaa Sigiga lafaa Seeraaliyoonitti dheengadda muudateen namoonni 600 ol achi buteen dhabamuu gabaaf
Balaa Sigiga lafaa Magaalaa guddoo Seraaliyoon kan taate Friitawun keessaatti Isniina/Wixata dabre muudateen, namoonni 400 kan du’aniifi...


Yamanitti laakkofsi namoota dhukkuba koleeraatiif saaxilamanii 500,000 gahuun gabaafame.
Gabaasni Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) irraa guyyaa hardhaa bahe, biyya waraanni cimaan keessatti geggeeffamutti jiru ,Yamanitti...


Balaa Sigiga lafaa Seeraaliyoonitti Mudateen, Namoonni 179 ol du'an
Balaa sigiga lafaa magaalaa gudditti Seraaliyoon, Firii Tawuun keessatti muudateen lubbuun namoota 179 ol dabruu dhaabbanni fannoo...


Miseensonni Koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa gaaffii mirgaa hawaasni muslimaa kaase ilaalchise
Ibsi miseensonni koree hawaasa muslimaa guyyaa hardhaa baasan kun, mata duree “ijjannoo koree ifa godhuu” kan jedhu yoo tahu, gaaffiilee...


Haleellaa Bombii Paakistaanitti raawwatameen namoonni 10 ajjeefamuun gabaafame.
Haleellaan guyyaa hardhaa kutaa Paakistaan kantaate Naannawa Balochistaan magaalaa Qu'etaa Jedhamtutti raawwatame. Haleellaan kun ummata...