top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Ustaaz Abubakar Ahmad dhukkubsatee yaalamuuf gara Taayilaand Imaluun gabaafame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Aug 17, 2017
  • 1 min read

Ustaaz Abubakar Ahmad dhukkubsatee yaalamuuf gara Taayilaand Imaluun gabaafame.

Walitti qabaa Koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan tahe Ustaaz Abubakar Ahmad dhukkuba Sayinaasii cimaa dhukkubsatee waldhaanamuuf gara Taayilaandii kan Imale tahuu beekameera.

Ustaaz Abubakar yeroo dheeraaf dhukkuba kanaan kan rakkataa ture yoo ta’u, yeroo adda addaatti biyya keessatti wal'anamaa turus jijjiiramni wan hin argaminiif biyya alatti wal'anamuuf kan deeme tahu gabaafameera.

Hundi keenyaa Ustaaza keenya Du'aa'iin haa yaadannu.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page