Haleellaa Bombii Paakistaanitti raawwatameen namoonni 10 ajjeefamuun gabaafame.
- NuuralHudaa
- Aug 12, 2017
- 1 min read

Haleellaan guyyaa hardhaa kutaa Paakistaan kantaate Naannawa Balochistaan magaalaa Qu'etaa Jedhamtutti raawwatame. Haleellaan kun ummata ayyaana hundeeffama biyyattii waggaa 74ffaa kabajaa ture irratti kan raawwatame yoo tahu, hanga ammaatti namoonni 10 kan ajjeefamanii fi namoota heddu irratti ammoo miidhaan cimaan dhaqqabuu Aljaziiraan gabaaseera.
Haleellaa kanaaf hanga ammaatti qamni itti gaafatamummaa fudhate kan hin jirre tahuus odeeffannoon ni addeessa. ____ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com
Comments