

Maaleezhiyaa keessatti balaa ibiddaa mana barnoota hifzii Qur’aanaa tokko muudaten namoonni 25 du’an
Maaleezhiyaa magaalaa Kuwalalampuur keessatti balaa ibiddaa mana barnoota hifzii qur’aana keessatti uumameen barattoonni 23 fi...


Lagni Awaash guutuun gandoota hedduu irra garagale.
Rooba cimaa biyyattii keessatti roobaa jiruun, lagni Awaash gar malee guutee gandoota 12 irra garagale. Ummanni gandoota kanneen keessa...


Prezdantiin Gamtaa Ulamaa'ota Addunyaa Galmee Namoota yakkaan barbaadamanii irraa haqame.
Dhaabbanni gamtaa poolisoota addunyaa (Interpool), prezdaantii Gamtaa Ulamaa'ota Addunyaa Profeesar Yusuuf Al Qardaawii galmee namoota...


Prezdaantiin Turkiyaa kora Gurmuu Biyyoota Islaamaa irratti, Biyyoonni Muslimaa Muslimoota Rohingiya
Prezdaantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogan, kora Gamtaa Biyyoota Islaamaa kan magaalaa guddoo Kaazakistaan, Astanaa kessatti geggeeffama...


Bubbeen “Hurricain Irma” jedhamu Kutaa Flooridaa rukutuu jalqabe.
Bubbeen Hurricain Irma jedhamu kutaa Ameerikaa kan gama kibbaatti argamtu Flooridaa ganama hardhaa kan rukute tahuu Ajansiin qorannoo...


Hoogganaan Haamaas qondaaltota Masrii waliin mari'atuuf gara Kaayiroo imale.
Ismaa’il Haniyyaa eega Caamsaa dabre hoogganaa dhaaba Haamaas kan Gaazaa bulchaa jiru ta’uun filatamee asitti, imala isaa kan jalqabaa...


Lakkoofsi Muslimoota Rohingiyaa Miyanmaar irraa baqatanii 270,000 gahu ibsame.
Dhaabbata Mootummoota gamtoomanitti Ejensiin baqattootaa (UNHCR), torbaan lamaan dabran keessa qofa baqattoonni 270,000 ol Miyanmaar...


Meeksiikoon Kirkira lafaa magniitiyuudii 8.2tti shallagmuun dhahaamte.
Balaa Kirkira lafaa kibba Meeksikoo kutaa Ohakaatti muudate kanaan namoonni hanga 26 du’aniiru. Dhaabbanni Qorannoo Ji'oolojii Ameerikaa,...


Guyyaa har’aa Godina Booranaa aanaa Mooyyaalee jalaatti kan argamtu ganda Caamuqitti, weraara Liyyuu
Guyyaa har’aa Godina Booranaa aanaa Mooyyaalee jalaatti kan argamtu ganda Caamuqitti, weraara Liyyuu poolisiin naannoo Somaalee godhuuf...


Manni Murtii Federaala Ameerikaa Seera Prezdant Tramp baqattoota ugguruuf baase hamma tokko laaffise
Prezdant Traamp yeroo duula na filadhaa geggeessaa ture, baqattoonni biyyoota muslimaa irraa dhufan Ameerikaa akka hin seenne ni uggura...