

Magaalaa Gindhiir Masjidul Hudatti sagantaan du'a'ii guddaan geggeeffame.
Du'aa'ii guyyaa hardhaa tasifame kun walitti bu'iinsa daangaa naannolee Oromiyaatii fi Sumaalee irratti uumame kan ilaallatu yoo tahu,...


Hooggaanaan partii mormituu Keeniyaa Filannoo prezdantummaa irratti kan hin hirmaanne ta’uu
Raayilaa Odiingaa Paartii mormituu Keeniyaa bakka bu’uudhaan kaadhimama Prezadantii kan ture yoo tahu, Filannoo irra deebii Onkololeessaa...


Godinaalee Oromiyaa adda addaa keessaatti mormiin godhamaa oole.
Guyyaa hardhaa godinaalee naannoo Oromiyaa adda addaa keessaatti mormiin godhamaa ooluu odeeyfannoon argame ni addeessa. keessumattuu...
Lammiileen Oromoo ammas Hargeeysa gadi dhiisanii bahaa jiru.
Lammiileen Oromoo 160 guyyaa hardhaa Somaalilaand magaalaa Hargeeysaa irraa gara Kaampii wucaaleetti geeffamaa jiraatuun gabaafame....


Waldhabbiin Ameerikaa fi Turkiyaa jiddutti uumame hammaataa jira.
Imbaasiin Ameerikaa Turkiyaa keessa jiru guyyaa kaleessaa Viizaa namoota Turkiyaa irraa gara Ameerikaatti imalaniif kennuu kan dhaabe...


Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii, lakkoofsi Muslimoota Rohingiyaa, Miyanmaar irraa baqataa jiranii
Hoogganaan Gargaarsa Namoomaa Dhaabbata Mootummoota gamtoomanii ibsa guyyaa hardhaa Jenevaa irraa baaseen; Muslimoonni Rohingiyaa...


Turkiyaan gargarsa doolara Miliyoona Shantamii Afur Muslimoota Rohingiyaatiif gumaachuu karoorsite.
Gabaasni Ministira Fayyaa Turkiyaa irraa guyyaa hardhaa bahe, Mootummaan Turkiyaa muslimoota Rohingiyaa kan duguggaa sanyii waraana...


Sa’udiin Teeknolojii ittisa qilleensaa Ruusiyaa irraa bituuf waligaltee mallatteessite.
Jilli mootummaa Sa’udii Malik Salmaaniin durfame gara Ruusiyaa imaluudhaan, qondaaltota Ruusiyaa waliin erga mari’atee booda, dhimmoota...


Guutuu Suuriyaatti waraanni hammaataa jiraatuun gabaafame.
Waraana cimaa naannoolee Suuriyaa keessatti akka haarayaatti hammachaa dhufeen, namoonni heddu midhamaa jiraachuu gabaasni dhaabbata...


Barattootaa fi Barsiisonni Oromoo gara yunivarsiitii Jigjigaa deemuun dararaa hamaaf kan isaan saax
Weerara Liyyuu Poolisiin daangaa naannoo Soomaleetii fi Oromiyaa irratti geggeessite hordofuun, akkuma lammilee Oromoo biroo barsiisotaa...