

Muummichi ministeera Isra’eel walii galtee paartiilee Falisxiin lamaan balaalefate.
Muummichi ministeera Isra’eel walii galtee paartiilee Falisxiin lamaan balaalefate. Odeeyfannoo October 13/2017 __ Muummichi ministeera...


Hamaas fi Fatahan walii galtee mallatteessan.
Hamaas fi Fatahan walii galtee mallatteessan. Odeeyfannoo October 12/2017 Paartileen Falasxiin Hamaasii fi Fatahan waldhabdee jidduu...


Ameerikaa kutaa Kaalifoorniyaa keessatte ibiddi ka’e lubbuu namaa galaafate.
Ameerikaa kutaa Kaalifoorniyaa keessatti ibiddi ka’e, yoo xiqqaate lubbuu namoota10 galaafate. Ibiddi kun iddoo adda addaa 14tti kan...


Hooggaanaan partii mormituu Keeniyaa Filannoo prezdantummaa irratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksise
Hooggaanaan partii mormituu Keeniyaa Filannoo prezdantummaa irratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksise. Raayilaa Odiingaa Paartii mormituu...


Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa aangoo lakkisuuf xalayaa galchate
Afayaa’iin mana marii bakka bu’oota ummataa Abbaa Duulaa Gammadaa taayitaa gadi dhiise. Afayaa’iin paarlaamaa Itoophiyaa Abbaaduulaa...


Prezdant Traamp Waliigaltee Niwukilarii Iiraan diiguuf dhaadachuu isaa Ruusiyaa fi Biyyoonni Awuroop
Ruusiyaa fi biyyoonni Awuroopaa kanneen michuu ameerikaa ta’an, Pirazadant Traamp dhimma Niwukularii Iiraan ilaalchisee waliigaltee bara...


Magaalaa Awwadayitti Poolisoonni Oromiyaa fi Federaalaa waldhabuun beekkame.
Ajjeechaa Liyyuu Poolisiin naannoo Somaalee daangaa Oromiyaa seenun ummata irratti raawwataa turan hordofuun, ummanni kudraa fi Jimaan...


Baqattoota Roohingiyaa
eega Finciltoonni Roohingiyaa hagayya 25, 2017 buufata Poolisiitii fi Kaampii Waraana Miyanmaar rukutanii booda, tarkaanfii haaloo bayuu...


Muummichi ministeera Isra’eel walii galtee paartiilee Falisxiin lamaanii balaalefate.
Muummichi ministira Isra’eel Benjamiin Nataanyahuu walii galtee paartiileen Falisxiin lamaan Fatah fi Hamas, waliin hojjatuuf torbee kana...


Hamaas fi Fatahan walii galtee mallatteessan.
Paartileen Falasxiin Hamaasii fi Fatahan waldhabdee jidduu isaanii waggaa 10 ol ture furuuf, magaalaa guddoo Masrii Kaayiroo keessatti...