top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Meeksiikoon Kirkira lafaa magniitiyuudii 8.2tti shallagmuun dhahaamte.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Sep 8, 2017
  • 1 min read

Balaa Kirkira lafaa kibba Meeksikoo kutaa Ohakaatti muudate kanaan namoonni hanga 26 du’aniiru.

Dhaabbanni Qorannoo Ji'oolojii Ameerikaa, kirkirri/Hollannaan lafaa kun magnitiyuudii 8.1 jedhe. Prezdaantiin Meeksikoo Enrique Pena Nieto immoo magnitiyuudii 8.2 akkasumas kirkirri akkanaa kun waggaa 100 keessatti mudatee hin beeku, kan amma kun Kirkira lafaa bara 1985 Meeksikoo keessatti muudate, kan lubbuun nama 1000 oli itti badee ture sanii oli jedhe.

_

Application NuuralHudaa download godhuuf

Android https://goo.gl/Ieo7dv

iPhone https://goo.gl/y7n0In

iPad https://goo.gl/Yf9a8x

NuuralHudaa

https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/

https://twitter.com/NuuralHudaa

www.nuuralhudaa.com

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page