top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Yaaliin misa’elaa kooriyaan kaabaa naannawa qilleensa Jaapaan irraan furguuggastte ammas addunyaa ya

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Aug 29, 2017
  • 1 min read

Kooriyaan kaabaa halkan Isniina yaalii misaa’ilaa kan goote yoo tahu, yaaliin ammaa kun qilleensa Jaapaan irraan furguugefamee galaana irratti kufuu isaa gabaafame. Muummichi ministera Jaapaan Shinzoo Abe, yaaliin misaayilaa Kooriyaan kaabaa naannawa qilleensa biyya isaanii irraan goote kun heddu nu yaachise jedhe. Dabalataanis dhaabbanni mootummoota gamtoomanii Kooriyaan kaabaa gocha hamaa kana irraa akka dhaabsisu jechuun waamicha dabarse.

Jaapaan lammiileen biyyatti hundi of eegannoo ol’aanaa irra akka turan ajaja dabarsite. Kooriyaan kibbaa ammoo weerara fi rukkuttaa kooriyaan kaabaa dhaqqabsiisu maltu of irraa qolachuuf akka isii dandeessisuuf, shaakallii Xayyaara lolaa Ameerikaa waliin ta’uun jalqabaniiru.

コメント


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page