

Sirni Awwaalcha lammiilee Falasxiin waraana Isra'eeliin ajjeefamanii raawwatame
Mormii guyyaa kaleessaa guutuu Falasxiin keessatti gaggeffamee irratti,loltoonni Isra'eel lammiilee Falasxiin harka qullaa mormii isaanii...


Lubnaanitti lamiileen Falasxiin Poolisootaan walitti bu’an
Lammiileen falasxiin murtee Tramp waa’ee Al Quds irratti dabarse hordofee, embaasii Ameerikaa Magaalaa Beeyruut keessatti argamu duratti...


Doonaald Traamp Magaalaan Al-Quds Magaalaa Guddoo Israa’eliiti Jechuun Labse.
Prezdaant Traamp bara dabre yeroo duula filaannoo gaggeeysaa tureetti wantoota wadaa ummata Ameerikaatiif gale keessaa tokko, Imbaasii...


Biyyoonni Gamtaa Galoo Galaana Arabiyaa walgahii idilee jalqaban
Walgahiin idilee biyyoota galoo galaana Arabiyaa Magaalaa Kuweeyt keessatti guyyaa har'aa kan jalqabame yoot tahu, Amiirri Kuweeyt Shekh...


Sa'aad Hariirii labsii taaytaa gad lakkisuuf baasee ture guutumatti kan kaase tahuu beeksise.
Muummichi ministeera Lubnaan Sa'aad Hariirii ji'a dabre keessa Sa'udii irraa taaytaa kan gadi dhiise tahuu beeksisuun isaa ni yaadatama....


Alii Abdallaah Saalih ajjeeffame
Prezdaantiin Yaman kan duraanii Ali Abdallaah Salah, haleellaa gareen Huusii mana jireenyaa isaa magaalaa Sana'aa keessatti argamu ...


Kooriyaan Kaabaa ammas Yaalii Misaa'ela Balastikii goote.
Kooriyaan Kaabaa yaalii Misa'elaa Balastikii guyyaa kaleessaa Nov 28/2017 gooteen Nuklarii sadarkaa ol'aanaa ta'e gonfachuu isii labsite....


Qondaalli Tika U.A.E. tokko gamtaan waraana biyyoota Arabaa dhaabbata Miidiyaa Aljaziiraa akka halee
Ajajaan poolisii Dubaay Daahii Khalfaan "haleellaa Jum'aa Masjiida masrii irratti geggeeffame kan kakaase, dhaabbata miidiyaa...


Mootummaan Sa'udii namoota beekkamoo too'annaa jala oolche dararaa jiraachuu "Daily Mai
Mootummaan Sa'udii namoota beekkamoo maqaa malaammaltummaatiin too'annaa jala oolche, bitamtoota biyya alaa qaxaree kan dararaa jiru...


Paartiileen Falasxiin xumura bara dhufuu filannoo adeemsisuuf walii galan
Paartiileen Falasxiin mootummaa tokkoome ijaaruudhaaf filannoo waliigalaa dhuma bara 2018 keessa geggeessuuf kan waliigalan tahuu, ibsa...